LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Achiis korbeessa hoolaa isa tokko fuudhi; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa korbeessa hoolaa sanaa irra ni kaaʼu.+ 16 Korbeessa hoolaa sana qaliitii dhiiga isaa cinaa iddoo aarsaa sanaa hundumaa irratti facaasi.+ 17 Korbeessa hoolaa sana buusaa buusaa isaatti kukkuti; marʼimaan isaa fi luka isaas dhiqi;+ achiis buusaawwan sana mataa isaa wajjin iddoo aarsaa irratti tarree galchii naqi. 18 Guutummaa korbeessa hoolaa sanaa gubiitii iddoo aarsaa irratti akka aaru godhi. Kun aarsaa gubamu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu*+ dha. Akkasumas aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu dha.

  • Leewwota 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Harka isaas mataa horii aarsaa gubamu taʼee dhihaatu sanaa irra haa kaaʼu; aarsaan sunis akka araara isaaf argamsiisutti namichaaf fudhatama ni argata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi