Leewwota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “‘Achiis jibichi sun Yihowaa duratti haa qalamu; ilmaan Aaron warri luboota+ taʼanis dhiiga isaa fidanii cinaa iddoo aarsaa isa karra dunkaana walgaʼiitti argamu hundumaa irratti ni facaasu.+
5 “‘Achiis jibichi sun Yihowaa duratti haa qalamu; ilmaan Aaron warri luboota+ taʼanis dhiiga isaa fidanii cinaa iddoo aarsaa isa karra dunkaana walgaʼiitti argamu hundumaa irratti ni facaasu.+