Ibroota 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kana malees, lubni hundi guyyaa guyyaadhaan tajaajila qulqulluu dhiheessuu*+ fi aarsaawwan matumaa guutummaatti cubbuu balleessuu hin dandeenye+ sana irra deddeebiʼee dhiheessuuf+ iddoo isaa dhaabbata.
11 Kana malees, lubni hundi guyyaa guyyaadhaan tajaajila qulqulluu dhiheessuu*+ fi aarsaawwan matumaa guutummaatti cubbuu balleessuu hin dandeenye+ sana irra deddeebiʼee dhiheessuuf+ iddoo isaa dhaabbata.