-
Leewwota 9:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aaronis yeruma sana gara iddoo aarsaatti dhihaatee jabbii aarsaa cubbuu isaatiif dhihaatu sana ni qale.+
-
-
Leewwota 9:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis horii aarsaa gubamuu sana ni qale; ilmaan Aaronis dhiigicha isatti kennan; innis cinaa iddoo aarsaa sanaa hundumaa irratti isa facaase.+
-