- 
	                        
            
            Keessa Deebii 14:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 “Wanta bishaan keessa jiraatu kam iyyuu keessaa kanneen kana nyaachuu ni dandeessu: Wanta baallee fi qola qabu kam iyyuu nyaachuu ni dandeessu.+ 10 Wanta baallee fi qola hin qabne kam iyyuu garuu hin nyaatinaa. Kun isiniif xuraaʼaa dha.
 
 -