LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘Wantoota bishaan keessa jiran hundumaa keessaa kan nyaattan kanneen kana dha: Wantoota bishaan keessa, jechuunis galaana yookiin laga keessa jiran hundumaa keessaa warra baallee fi qola qaban nyaachuu dandeessu.+ 10 Haa taʼu malee, uumamawwan gareedhaan jiraatan dabalatee wantoonni galaana yookiin laga keessa jiraatanii fi baallee fi qola hin qabne hundi, isiniif jibbisiisoo dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi