LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:12-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Haa taʼu malee, kanneen kana hin nyaatinaa: risaa, culullee qurxummii nyaatu, ruumicha gurraacha,+ 13 culullee diimtuu, culullee gurraattii, culullee gosa hundumaa, 14 arraagessa gosa hundumaa, 15 guchii, hurunguu, simbirroo bishaanii, coroffee gosa hundumaa, 16 hurunguu xinnoo, hurunguu gurra dheeratu, daakkiyyee guddoo, 17 allaattii bishaanii, ruumicha, haadha quufoo, 18 allaattii awwaannisaa, haadha gaayyee gosa hundumaa, simbira guttiyyaa qabduu fi simbira halkanii. 19 Akkasumas uumamni gareedhaan jiraatuu fi baallee qabu* kam iyyuu isiniif xuraaʼaa dha. Isaan nyaatamuu hin qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi