-
Keessa Deebii 14:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, horiiwwan alala guuran yookiin kotteen isaanii baqaqe kana hin nyaatinaa: gaalli, illeettiinii fi osoleen alala kan guuran taʼus kotteen isaanii baqaqaa miti. Isaan isiniif xuraaʼoo dha.+ 8 Booyyeen kotteen isaa baqaqaa taʼus alala waan hin guurreef nyaatamuu hin qabu. Inni isiniif xuraaʼaa dha. Foon isaanii hin nyaatinaa yookiin raqa isaanii hin tuqinaa.
-