LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘Inni gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama dhiheessuu hin dandaʼu yoo taʼe, daakuu bullaaʼaa eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko*+ cubbuu isaatiif aarsaa cubbuu godhee haa fidu. Kun aarsaa cubbuu waan taʼeef, zayitii itti naquu yookiin ixaana adii irra kaaʼuu hin qabu. 12 Gara lubichaattis isa haa geessu; lubichis isa irraa hammaarraa tokko fuudhee guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan, iddoo aarsaa irratti aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan gubbaatti ni aarsa. Kun aarsaa cubbuu ti.

  • Leewwota 6:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Seerri aarsaa midhaanii kana dha:+ Isin warri ilmaan Aaron taatan, iddoo aarsaa fuulduratti Yihowaa duratti isa ni dhiheessitu. 15 Isaan keessaa inni tokko daakuu bullaaʼaa aarsaa midhaanii irraa hammaarraa tokko, zayitii muraasaa fi ixaana adii isa aarsaa midhaanii irra jiru sana hundumaa ni fuudha; achiis guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan aarsaa urgaan isaa gammachiisu* godhee iddoo aarsaa irratti Yihowaadhaaf akka aaru godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi