LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Isin anaaf saba qulqulluu taʼaa;+ foon horii bineensi dirree keessatti ciccire kam iyyuu hin nyaatinaa.+ Foonicha sarootaaf darbadhaa.

  • Lakkoofsa 15:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Ajajni kun kana yaadachuuf isin gargaara; isinis ajajawwan koo hundumaa ni eegdu; Waaqa keessaniifis qulqulluu ni taatu.+

  • Keessa Deebii 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi