-
Leewwota 13:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 lubichi roobbii sana ni qora. Rifeensi roobbii sana irra jiru yoo addaatee fi gogaa sana darbee kan seene yoo taʼe, kun dhukkuba nadaayii godaannisa sana irratti baʼe waan taʼeef, lubichi namichi xuraaʼaa akka taʼe ni labsa. Kun dhukkuba nadaayii ti.
-
-
Leewwota 13:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 lubichi madaa sana ni qora.+ Madaan sun gogaa sana darbee kan gad seene yoo taʼe, rifeensi madaa sana irra jirus keelloo fi haphii yoo taʼe, lubichi namichi xuraaʼaa akka taʼe ni labsa; kun madaa gogaa mataa yookiin madaa areedaa ti. Kun dhukkuba nadaayii mataa yookiin areeda irratti baʼu dha.
-
-
Leewwota 13:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Haa taʼu malee, madaa adiin gara diimaatti dhihaatu moluu mataa isaa yookiin adda isaa irratti yoo baʼe, kun dhukkuba nadaayii gogaa mataa isaa yookiin adda isaa irratti baʼe dha.
-
-
Lakkoofsa 12:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Maaloo, ishiin akka daaʼima duʼee fi foon isaa walakkaan nyaatamee dhalate taatee akka itti fuftu hin godhin!”
-