-
Leewwota 13:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Roobbiin gogaa isaa irra jiru adii fi gogaa sana darbee kan gad hin seenne yoo taʼe, akkasumas rifeensi sun yoo addaachuu baate garuu, lubichi namichi dhukkubsate guyyaa torbaaf namoota irraa akka adda baʼu godha.+
-
-
Leewwota 13:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Lubichis dhukkuba sana ni qora; innis wanti dhukkubni sun irratti argame, guyyaa torbaaf akka adda baafamu godha.+
-
-
Leewwota 14:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 lubichi manicha keessaa gara balbalaatti gad ni baʼa; achiis manichi guyyaa torbaaf cufamee akka turu godha.+
-