Leewwota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “‘Hoolaa fiduu hin dandaʼu yoo taʼe garuu, cubbuu raawwatameef aarsaa yakkaa akka taʼuuf isa tokko aarsaa cubbuu, isa kan biraa immoo aarsaa gubamu+ godhee gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama Yihowaadhaaf haa fidu.+
7 “‘Hoolaa fiduu hin dandaʼu yoo taʼe garuu, cubbuu raawwatameef aarsaa yakkaa akka taʼuuf isa tokko aarsaa cubbuu, isa kan biraa immoo aarsaa gubamu+ godhee gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama Yihowaadhaaf haa fidu.+