-
Leewwota 14:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Simbirroo ishii takka garuu fuudhee muka gaattiraa, foʼaa diimaa fi hiisoophii sanaa wajjin dhiiga simbirroo ishii bishaan burqaa irratti qalamte sanaa keessa cuupha. 7 Dhiigichas namicha isa dhukkuba nadaayii irraa of qulqulleessu sana irratti siʼa torba ni facaasa; achiis namichi qulqulluu akka taʼe ni labsa; simbirroo ishii lubbuudhaan jirtu garuu dirree keessatti gadhiisa.+
-