LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Wantoonni kun isin xureessuu dandaʼu. Namni raqa isaanii tuqu kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.+ 25 Namni raqa isaanii kaase kam iyyuu uffata isaa miiccuu qaba;+ inni hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.

  • Leewwota 14:46, 47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Haa taʼu malee, namni guyyaa manichi cufamee itti turu+ kamitti iyyuu gara manichaatti seenu hundi hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa;+ 47 namni manicha keessa ciisu yookiin namni manicha keessatti nyaatu kam iyyuu uffata isaa haa miiccatu.

  • Leewwota 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni* lammii biyyattii yookiin namni biyya ormaa horii duʼee argame yookiin horii bineensi bosonaa ciccire nyaate kam iyyuu,+ uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa;+ sana booda inni qulqulluu ni taʼa.

  • Leewwota 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Namni* wantoota kana keessaa isa kam iyyuu tuqu hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa; inni qaama isaa bishaaniin yoo dhiqachuu baate, wantoota qulqulluu keessaa isa kam iyyuu nyaachuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi