-
Leewwota 15:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “‘Sireen namni dhangalaʼaan keessaa yaaʼu sun irra ciise kam iyyuu xuraaʼaa ni taʼa; akkasumas wanti inni irra taaʼe kam iyyuu xuraaʼaa ni taʼa. 5 Namni siree isaa tuqu uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa.+ 6 Namni miʼa namichi dhangalaʼaan keessaa yaaʼu sun irra taaʼe irra taaʼu kam iyyuu uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa.
-