3 Dhiiras taʼe dubartii nama sana achi keessaa baasaa. Isaan buufatawwan warra ani gidduu isaanii jiraadhu+ sanaa akka hin faalleef,+ buufaticha keessaa isaan baasaa.”
20 “‘Namni xuraaʼee fi of hin qulqulleessine garuu iddoo qulqulluu Yihowaa waan xureesseef gumicha keessaa haa balleeffamu.*+ Bishaan qulqulleessu sun isa irratti waan hin facaafamneef, inni xuraaʼaa dha.