13 Namni reeffa nama kamii iyyuu tuqee of hin qulqulleessine hundi godoo qulqulluu Yihowaa xureesseera;+ namni kun Israaʼel keessaa haa balleeffamu.+ Bishaan qulqulleessu sun+ isa irratti waan hin facaafamneef inni xuraaʼaa dha. Inni xuraaʼaa akkuma taʼetti itti fufa.