-
Leewwota 15:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “‘Akka kanaan isaan xuraaʼummaa isaaniitiin godoo qulqulluu koo isa isaan gidduu jiru xureessanii akka hin duuneef, Israaʼelonni xuraaʼummaa isaanii irraa akka fagaatan ni gootu.+
-