Leewwota 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “‘Dubartiin takka dhangalaʼaa qaama ishii keessaa yaaʼu yoo qabaatte, laguu ishiitiin kan kaʼe guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+ Namni ishii tuqu kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa.+
19 “‘Dubartiin takka dhangalaʼaa qaama ishii keessaa yaaʼu yoo qabaatte, laguu ishiitiin kan kaʼe guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+ Namni ishii tuqu kam iyyuu hamma galgalaatti xuraaʼaa ni taʼa.+