LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhaatii Israaʼelotatti dubbadhaa: ‘Dhiirri tokko qaama hormaataa* isaa keessaa dhangalaʼaan yoo yaaʼe, dhangalaʼaan kun xuraaʼaa isa godha.+

  • Leewwota 15:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “‘Dubartiin takka guyyoota hedduudhaaf dhiigni ishii yoo dhangalaʼe,+ yeroon kun yeroo laguun ishii itti dhufu yoo taʼuu baate+ yookiin yeroo laguun ishii turu caalaa dhiigni ishii kan dhangalaʼu yoo taʼe, ishiin akkuma guyyoota laguu xuraaʼummaa ishiitti guyyoota dhangalaʼaan ishii keessaa yaaʼu hundumaatti kan xuroofte ni taati.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi