LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Namni* tokko wantoota Yihowaan raawwatamuu akka hin qabne ajaje kam iyyuu gochuudhaan cubbuu yoo raawwate, kana kan godhe utuu itti hin yaadin yoo taʼe iyyuu, yakkamaa ni taʼa; balleessaa isaatiifis itti gaafatama.+

  • Lakkoofsa 15:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “‘Namni* kam iyyuu dogoggoraan cubbuu yoo hojjete, aarsaa cubbuutiif reʼee goromtii gara waggaa tokkoo taate takka haa dhiheessu.+ 28 Namichi utuu itti hin yaadin Yihowaa duratti cubbuu hojjechuudhaan dogoggora raawwate sun araara akka argatuuf, lubichi araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi