LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 4:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “‘Haa taʼu malee, inni aarsaa cubbuutiif xobbaallaa tokko yoo dhiheesse, hoolaa goromtii mudaa hin qabne haa fidu.

  • Leewwota 4:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Inni akkuma xobbaallaa hoolaa aarsaa gamtaa irraa coomni baafamutti cooma isaa hundumaa isa irraa ni baasa; lubichis cooma sana iddoo aarsaa irratti aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan gubbaatti ni aarsa;+ lubichis cubbuu isaatiif araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi