- 
	                        
            
            Leewwota 3:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Inni kutaa aarsaa gamtaa kana aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu godhee ni dhiheessa:+ cooma+ marʼimaan uwwise, cooma marʼimaanitti marsee jiru hundumaa, 4 akkasumas kaleewwan lamaanii fi cooma isaan irra jiru, jechuunis cooma mudhii bira jiru. Kana malees inni cooma tiruu irra jiru kaleewwan isaa wajjin ni baasa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 9:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Aaronis yeruma sana gara iddoo aarsaatti dhihaatee jabbii aarsaa cubbuu isaatiif dhihaatu sana ni qale.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 9:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Inni akkuma Yihowaan Musee ajajetti, horii aarsaa cubbuutiif dhihaate sana irraa cooma, kaleewwanii fi cooma tiruu irra jiru fuudhee iddoo aarsaa irratti akka aaru godhe.+
 
 -