-
Ibroota 9:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, warri wantoota samii keessa jiraniif fakkeenya taʼan akka kanaan qulqulleeffamuun isaanii barbaachisaa ture;+ wantoonni samii garuu aarsaan kana irra baayʼee caalu isaan barbaachisa.
-