LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 16:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis dhiiga sana irraa muraasa isaa fuudhee quba isaatiin iddoo aarsaa sana irratti siʼa torba facaasuudhaan, gocha xuraaʼummaa Israaʼelotaa irraa isa ni qulqulleessa.

      20 “Inni iddoo qulqulluu, dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa sanaaf+ araara argamsiisuu isaa erga xumuree booda,+ reʼee isa lubbuudhaan jiru sanas ni dhiheessa.+

  • Ibroota 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Namoonni kun isa fakkeenyaa fi gaaddidduu+ wantoota samii keessa jiranii+ taʼe keessatti tajaajila qulqulluu dhiheessu; kunis akkuma yeroo Museen dunkaanicha hojjechuuf jedhetti Waaqayyo, “Wanta hunda pilaanii gaaricha irratti sitti argisiifame hordofiitii of eeggannoodhaan hojjedhu”+ jedhee isa ajajetti dha.

  • Ibroota 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Dunkaanni kun yeroo ammaatiif fakkeenya dha;+ akka qophii kanaattis kennaawwanii fi aarsaawwan ni dhihaatu turan.+ Taʼus, wantoonni kun qalbiin nama tajaajila qulqulluu dhiheessu sanaa guutummaatti qulqulluu akka taʼu gochuu hin dandaʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi