-
Baʼuu 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isin akkuma pilaanii ani sitti argisiisutti godoo qulqulluu sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa ni hojjettu.+
-
-
Baʼuu 25:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Pilaanii gaaricha irratti sitti argisiifame hordofiitii of eeggannoodhaan isaan hojjedhu.+
-
-
Baʼuu 26:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Godoo qulqulluu kana akkuma pilaanii isaa isa gaaricha irratti sitti argisiifame sanaatti ijaari.+
-