LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Museen gara Waaqa dhugaatti ol baʼe; Yihowaanis gaaricha irraa isa waamee+ akkana isaan jedhe: “Mana Yaaqoobiin, jechuunis Israaʼelotaan akkana jedhi:

  • Baʼuu 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin akkuma pilaanii ani sitti argisiisutti godoo qulqulluu sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa ni hojjettu.+

  • Hojii Ergamootaa 7:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Abbootiin keenya lafa onaa keessatti dunkaana ragaa baatuu qabu turan; dunkaanni kun kan tolfame akkuma ajaja yeroo Waaqayyo Museetti dubbate isaaf kennettii fi akkuma pilaanii isatti argisiisetti dha.+

  • Ibroota 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Namoonni kun isa fakkeenyaa fi gaaddidduu+ wantoota samii keessa jiranii+ taʼe keessatti tajaajila qulqulluu dhiheessu; kunis akkuma yeroo Museen dunkaanicha hojjechuuf jedhetti Waaqayyo, “Wanta hunda pilaanii gaaricha irratti sitti argisiifame hordofiitii of eeggannoodhaan hojjedhu”+ jedhee isa ajajetti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi