-
Leewwota 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aaron reʼoota lamaan irratti carraa buusuudhaan, carraan inni tokko Yihowaadhaaf, carraan inni kan biraan immoo Azaazeeliif* akka baʼu godha.
-
-
Leewwota 16:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Reʼeen inni carraadhaan Azaazeeliif baʼe garuu araara argamsiisuuf utuma lubbuudhaan jiruu Yihowaa duratti dhiheeffama; sana booda reʼeen sun Azaazeeliif akka taʼutti gara lafa onaatti ergama.+
-