LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 14:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Dhiigichas namicha isa dhukkuba nadaayii irraa of qulqulleessu sana irratti siʼa torba ni facaasa; achiis namichi qulqulluu akka taʼe ni labsa; simbirroo ishii lubbuudhaan jirtu garuu dirree keessatti gadhiisa.+

  • Leewwota 14:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Achiis simbirroo ishii lubbuudhaan jirtu magaalattiidhaa ala dirree keessatti gadhiisa; manichaafis araara argamsiisa; manichis qulqulluu ni taʼa.

  • Leewwota 16:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Aaron harka isaa lamaan mataa reʼee isa lubbuudhaan jiru sanaa irra kaaʼee, balleessaa Israaʼelotaa hundumaa, yakka isaanii hundumaa fi cubbuu isaanii hundumaa isa irratti ni himata; achiis cubbuuwwan kana mataa reʼee sanaa irra kaaʼee+ namni hojii kanaaf ramadame* gara lafa onaatti akka isa geessu godha. 22 Reʼeen sunis balleessaa isaanii hundumaa baatee+ gara lafa gammoojjii deema;+ innis reʼee sana gara lafa onaatti erga.+

  • Isaayyaas 53:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Dhugumaan inni dhukkuba keenya,+

      Dhiphina keenyas ni baate.+

      Nuti garuu akka waan dhaʼichi irra gaʼetti, akka waan Waaqayyo isa rukutettii fi akka waan miidhametti isa ilaalle.

  • Roomaa 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kiristoos illee of hin gammachiisne;+ kanaa mannaa akkuma, “Arrabsoon warra si arrabsanii ana irras ni gaʼe”+ jedhamee barreeffame taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi