Maarqos 10:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Sababiin isaas, Ilmi namaa iyyuu kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.” Yohaannis 5:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Ani ofii kootiin kakaʼee wanta tokko illee gochuu hin dandaʼu. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaʼettan murteessa; ani fedhii isa na erge sanaa malee fedhii ofii koo raawwachuu waanan hin barbaadneef,+ murtiin koo qajeelaa dha.+
45 Sababiin isaas, Ilmi namaa iyyuu kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”
30 Ani ofii kootiin kakaʼee wanta tokko illee gochuu hin dandaʼu. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaʼettan murteessa; ani fedhii isa na erge sanaa malee fedhii ofii koo raawwachuu waanan hin barbaadneef,+ murtiin koo qajeelaa dha.+