LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, isa caccabsuun fedhii Yihowaa ture,* inni akka dhukkubsatus ni heyyame.

      Ati aarsaa yakkaa gootee lubbuu isaa yoo dhiheessite,+

      Inni sanyii isaa ni arga, umuriin isaas ni dheerata,+

      Karaa isaas gammachuun* Yihowaa fiixaan ni baʼa.+

  • Daaniʼel 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Balleessaa hambisuuf, cubbuu balleessuuf,+ dogoggoraaf araara argamsiisuuf,+ qajeelummaa bara baraa fiduuf,+ mulʼatichaa fi raajicha irratti chaappaa gochuuf,+ akkasumas Kutaa Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe* dibuuf, saba kee fi magaalaa kee ishii qulqulluudhaaf+ torbeen* 70ni murteeffamaniiru.

  • Maatewos 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”

  • Galaatiyaa 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+

  • Tiitoo 2:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 akka kanaan abdii gammachiisaa,+ akkasumas mulʼachuu Waaqa keenya isa guddichaa fi mulʼachuu Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos eegganna; 14 inni wantoota seeraan ala taʼan hunda jalaa bilisa nu baasuuf,*+ akkasumas saba qabeenya dhuunfaa isaa taʼee fi hojii gaariidhaaf hinaafu+ ofii isaatiif qulqulleeffachuuf dabarsee of kenneera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi