19 sababiin isaas, Waaqayyo wantoonni hundi isa keessatti guutuu akka taʼan+ gochuutti gammadeera; 20 inni dhiiga Kiristoos muka dhiphinaa irratti dhangalaase sanaan nagaa uumee+ wantoota lafa irra jiranis taʼe, wantoota samii keessa jiran kaan hunda karaa isaa ofitti araarseera.+