Efesoon 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+ Qolosaayis 1:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+
7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+
13 Inni aangoo dukkanaa jalaa nu oolchee+ gara mootummaa Ilma isaa isa jaallatamaatti nu ceesise; 14 dhiifama cubbuu akka argannuuf karaa Ilma isaa furichaan bilisa baaneerra.+