Yohaannis 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, ani Gooftaa fi Barsiisaa taʼee utuun jiruu miila keessan ergan dhiqee,+ isinis miila keessan waliif dhiquu qabdu.*+ Filiphisiyus 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaa mannaa duwwaa of godhe; bifa garbummaa qabaatees+ nama taʼe.*+
14 Kanaafuu, ani Gooftaa fi Barsiisaa taʼee utuun jiruu miila keessan ergan dhiqee,+ isinis miila keessan waliif dhiquu qabdu.*+