Efesoon 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+
7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+