Leewwota 23:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Guyyaan kun isiniif sanbata guutummaatti itti boqottani dha; isin jiʼicha keessaa guyyaa saglaffaatti galgala of* ni cunqursitu.+ Galgala isa tokko irraa hamma galgala isa kaaniitti sanbata keessan kabajaa.”
32 Guyyaan kun isiniif sanbata guutummaatti itti boqottani dha; isin jiʼicha keessaa guyyaa saglaffaatti galgala of* ni cunqursitu.+ Galgala isa tokko irraa hamma galgala isa kaaniitti sanbata keessan kabajaa.”