LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “‘Biyyi akka keessa jiraattaniif ani itti isin galchu sun akka isin hin tufneef,+ dambiiwwan koo hundumaa fi heerawwan koo hundumaa eegaa;+ isaaniinis raawwadhaa.+

  • Keessa Deebii 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Ammas yaa Israaʼel, isin lubbuudhaan akka jiraattaniif,+ akkasumas lafa Yihowaan inni Waaqa abbootii keessanii taʼe isiniif kennutti seentanii akka dhaaltaniif, dambiiwwanii fi heerawwan ani akka eegdan isin barsiisu kana dhagaʼaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi