LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Dhiirri tokko dubartii takkaa fi intala ishii yoo fuudhe, kun gocha qaanessaa* dha.+ Gochi qaanessaa taʼe kun isin gidduutti akka itti hin fufneef, innis taʼe isaan ibiddaan haa gubaman.+

  • Keessa Deebii 27:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Namni amaatii isaa wajjin ciisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi