LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Dubartii takkaa fi intala ishii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+ Saalqunnamtii wajjin raawwachuufis intala ilma ishii fi intala intala ishii hin fudhatin. Isaan ishiidhaaf fira dhihoo ti; kun gocha qaanessaa taʼe* dha.

  • Keessa Deebii 27:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Namni amaatii isaa wajjin ciisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi