-
Baʼuu 22:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Namni horii wajjin saalqunnamtii raawwatu kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+
-
-
Leewwota 20:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Namni tokko horii wajjin saalqunnamtii yoo raawwate, mamii tokko malee haa ajjeefamu; horii sanas ajjeesaa.+ 16 Dubartiin takka saalqunnamtii raawwachuuf horii akkamiitti iyyuu yoo dhihaatte,+ dubartii sanaa fi horii sana ajjeesi. Isaan mamii tokko malee haa ajjeefaman. Dhiigni isaanii mataa isaanii irra ni taʼa.
-