-
Leewwota 18:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “‘Dhiirri tokko horii wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan of hin xureessin; dubartiin takkas horii wajjin saalqunnamtii raawwachuuf of hin dhiheessin.+ Kun wanta uumamaa ala taʼe dha.
-
-
Leewwota 20:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Namni tokko horii wajjin saalqunnamtii yoo raawwate, mamii tokko malee haa ajjeefamu; horii sanas ajjeesaa.+
-
-
Keessa Deebii 27:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “‘Namni horii akkamii iyyuu wajjin ciisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
-