LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Namni horii wajjin saalqunnamtii raawwatu kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+

  • Leewwota 18:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Dhiirri tokko horii wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan of hin xureessin; dubartiin takkas horii wajjin saalqunnamtii raawwachuuf of hin dhiheessin.+ Kun wanta uumamaa ala taʼe dha.

  • Leewwota 20:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “‘Namni tokko horii wajjin saalqunnamtii yoo raawwate, mamii tokko malee haa ajjeefamu; horii sanas ajjeesaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi