-
Leewwota 7:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Foon aarsaa sanaa hamma guyyaa sadaffaatti hafe kam iyyuu garuu ibiddaan haa gubamu.+ 18 Foon aarsaa gamtaa namichi dhiheesse irraa kam iyyuu guyyaa sadaffaatti yoo nyaatame garuu, namichi isa dhiheesse fudhatama hin argatu. Aarsichi isaaf hin lakkaaʼamu; foon kun wanta jibbisiisaa dha; namni* isa irraa nyaatus balleessaa isaatiif itti gaafatama.+
-