Faarfannaa 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+ Faarfannaa 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni arraba isaatiin maqaa hin balleessu,+Wanta hamaa taʼe tokko illee nama irratti hin raawwatu,+Maqaa michoota isaas hin xureessu.*+
15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+
3 Inni arraba isaatiin maqaa hin balleessu,+Wanta hamaa taʼe tokko illee nama irratti hin raawwatu,+Maqaa michoota isaas hin xureessu.*+