Leewwota 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+ Leewwota 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan mataa isaanii haaddachuu+ yookiin qarqara areeda isaanii haaddachuu yookiin qaama isaanii kukkutuu hin qaban.+
21 Yihowaan itti fufuudhaan Museedhaan akkana jedhe: “Luboota warra ilmaan Aaron taʼaniin akkana jedhi: ‘Namni kam iyyuu saba isaa gidduudhaa nama* duʼeen of hin xureessin.+
5 Isaan mataa isaanii haaddachuu+ yookiin qarqara areeda isaanii haaddachuu yookiin qaama isaanii kukkutuu hin qaban.+