Leewwota 19:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “‘Rifeensa mataa keessanii garanaa fi garasiin jiru hin haaddatinaa* yookiin qarqara areeda keessanii hin haaddatinaa.+ 28 “‘Nama duʼeef* jettanii qaama keessan hin kukkutinaa;+ akkasumas qaama keessan hin tumatinaa. Ani Yihowaa dha.
27 “‘Rifeensa mataa keessanii garanaa fi garasiin jiru hin haaddatinaa* yookiin qarqara areeda keessanii hin haaddatinaa.+ 28 “‘Nama duʼeef* jettanii qaama keessan hin kukkutinaa;+ akkasumas qaama keessan hin tumatinaa. Ani Yihowaa dha.