-
Iyyoob 32:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Eliihuun ilmi Baaraakel Buuzichaa akkana jedhee dubbachuu jalqabe:
Kanaafuu, isin kabajeen dubbachuu irraa of qusadhe,+
Wantan beekus isinitti himuu nan sodaadhe.
-
-
Fakkeenya 23:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Abbaa kee isa si dhalche dhaggeeffadhu,
Waanuma ishiin dulloomteef qofa haadha tee hin tuffatin.+
-