LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuuf,+ abbaa kee fi haadha tee kabaji.+

  • Baʼuu 21:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu haa ajjeefamu.+

  • Maatewos 15:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin garuu akkana jettu: ‘Namni abbaa isaatiin yookiin haadha isaatiin, “Wanti ani qabuu fi ittiin si gargaaruu dandaʼu hundi kennaa Waaqayyoof adda baafame dha”+ jedhu kam iyyuu 6 matumaa abbaa isaatiif ulfina kennuun isa hin barbaachisu.’ Kanaafuu, aadaa keessaniif jettanii dubbii Waaqayyoo gatii dhabsiistaniittu.+

  • Efesoon 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yaa ijoolle, kun qajeelaa waan taʼeef, fedhii Gooftaa wajjin haala wal simuun warra keessaniif ajajamaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi