LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 5:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessatti bara dheeraa akka jiraattuu fi badhaadhaa akka taatuuf,*+ akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti abbaa kee fi haadha tee kabaji.+

  • Maatewos 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Fakkeenyaaf Waaqayyo, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera.

  • Efesoon 6:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ajajni jalqabaa, “Abbaa kee fi haadha tee kabaji”+ jedhu eebba akkana jedhu qabateera: 3 “Kunis gaarii akka siif taʼuu* fi umuriin kee lafa irratti akka dheeratuufi.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi